Skip to main content

Posts

Showing posts from May, 2019

About us

Email:- yohanisgaroma1@yahoo.com               yohanisgaroma1@gmail.com

Barnoota C++ Afaan oromoodhan kutaa 1ffaa

#Basic_Cpp1(c++) C++n yeroo dubbisamuu sii pilas pilaasi jedhama. Innis gosoota programming (afaan oromoon hiikka hin argannefani dhifama) keessaa tokkodha.

Asoosama"Jaalala obsa dhabe kutaa 1ffaa

JAALALA OBSA DHABE # KUTAA_1FFAA . Urjii jedhamti. Namni ishe arge hunduu ni jaallata. Kutaa 9 osoo barattuu ture gaaffiin jaalalaa isheef dhiyaachuu kan jalqabe. Xalayyaan jaalalaa hedduun isheef haa ergaman malee kan ofitti ishee harkisu tokkollee hin turre. Gaarummaan ishee qofaaf waan kenname fakkaata, eenyuun illee ofitti hin dallansiistu. Urjiin laphee barattoota hundumaa keessa jirti. Kutaa 11ffaa keessa barsiisaan baayoloojii akkuma sa'aatiin lama ta'een barsiisuu jalqabe.