Bar-Tokko Hilleettiin quuftee Mana Leencaa fi Qeerramsaa Deemte jedhama. Isuma ol seentu lamaanuu utuu Haraqee dhugaa jiranii argattee Leencatti ol utaaltee Akkas jette."Sii,Maaltuu Mootii Bineensotaa godhee si muudeennaan Ani Mootii Bineensota hundumaati jettee dhaadatta?"jett e. Leencimmoo Homaa itti deebisuu dhiisee callisee Haraqeesaa dhuguu itti fufe. Kana Gidduutti ol utaaltee Qeerramsarra Buutee Morma qabdee Akkas jette. "Kan Leencaa Utuu gubee nu waaduu Atis Ani Mootii Bineensotaadha Jetta jedhani atis Maal waan taataniif nutti dhaadattu isin" Jettee dhaabbatte mudhiishee qabattee. Homaa itti deebisuu d innaan aartee araqee xaasaa lama,kan leencaas,kan qeerramsaas fuutee dhugdee qajeelte. Dhugaatichi humnashee ol waan ta'eef deemuu dadhabdee balbalarratti kufnaan Obbo Leencoon "Ka'ikaa Laaqana nyaannaa" jedhee Qeerramsa afeere. Gaafa Ilaalanii Qabaa isaanii k eessaa mullachuu dinnaan anatu nyaata ..anatu nyaataarratti w...
Yaa saba koo Abshir ni bariiti.