Bona - Har'a ganamummaan hojiidhaaf bobba'ee Danda'ee hin dubbadhu wanta raajiin ta'e. Caalaa- Maal obboleessa koo maaltu sii mudatee? Mee taa'ii naa himi maaltu immoo dhalatee?
Yaa saba koo Abshir ni bariiti.